MILKAA’UU BARBAADU Hundumaa dursii mul’ata kee adda baafadhuu beeki! Akka bira gahuu dandeessu abdii
guutuu qabaadhu! Yaadni fi abjuun kee waa’ee mul’ata keetii qofa haa ta’u.
- Haalota mul’ata kee irraa si danqan yaadan qabuu dhiisii ija kee irra dabarsii fuuldura kee
(milkaa’ina borii kee keessatti) of ilaali! - Jireenya kee, adeemsa kee yeroo hundumaa Waaqayyo wajjin godhadhu! Waaqayyo mul’ata
kee fiixan baafachuu akka si dandeessisu ayyaana isaa siif baay’isee biraan akka si gahu
jireenya kee irratti isa affeeri malee mul’ata qabaachuun kee qofti gahaa miti. Humni guddaan
ati ittiin socho’uu dandeessu uumaa kee irraa akka siif kennamu amani! - Ofeeggannoo taasifamuu qabu hundumaa taasisi! Mul’ata keetiif gatii baasuu qabdu
hundumaa baasii harka kee keessa galfachuuf itti dhimmii hojjedhu! - Wanta hojjechuun si irra jiru ammuma jalqabi! Kana dhabeera, sana dhabeera hin jedhin!
Kuni naaf haa guutu, sun wal naaf haa qixxaatu jettee har’a, boru hin jedhin! Kaayyoon kee
guddina waan ta’eef wanta amma hojjechuu qabdu ammuma raawwadhu! - Wanti gochuu dandeessu baay’een jiru. Of amansiisi!
- Yeroo keetti haalaan fayyadami!
- Karoora kee gara fiixan bahuumsatti fiduuf kutannoo qabaadhu
Ilaalchaa fi yaada gaariidhaan MILKAA’UU BARBAADU
n sammuu kee guuti! Ilaalcha hin barbaachifne milkaa’ina kee
irraa duubatti si gototan kanneen akka “ani hin danda’u, humna hin qabu fi kanneen kana
fakkaatan” of keessaa balleessudhaan ilaalcha “nan danda’a, bira nan gaha” jedhuun bakka
buusi! Sammuun kee waanuma ati itti himte dhaga’a. Hojii irras siif oolcha. Dhimmoota
hedduu, milkaa’uu fi milkii dhabuu, fuulduratti tarkaanfachuu fi bakka yaadan hanqachuu kan
murteessan keessaa muraasni ilaalcha, yaada, amala yookiin aadaa keenya dha. Milkaa’ina
argachuun ilaalcha daandii milkii irra nama dhaabu qabaachuu irraa kan eegalu ta’uu isaati
hayyoonni kan gorsan.

- Ilaalchi gaariin salphina kee gara ulfinaatti akka jijjiirtuuf humna siif ta’a!
- Ilaalchi gaariin tiksee cimaa barbaada, cimsii eeggadhu!
- Sammuun kee qabeenya qaalii ati qabdudha, Kanaafuu faalama irraa eeggadhu! Yaadni
hamaan sammuu faala! Mul’ata kee bira hatattamaan gahuu barbaadda taanan yeroo kee guutummaatti barumsaa fi - leenjii waa’ee mul’ata keetii hordofi!
- Namoota hordoftu adda baafadhu! Kanneen hordofuu hin qabne irraa adda bahi! Kanneen si
barbaachisan filadhuu yeroo kennii irraa baradhu! - Adeemsa kee guyyaa guyyaadhaan gara mul’ata keetti taasiftu qoradhu, cimsii itti fufi!
Qoradhu: Ciminaa fi dadhabina kee karaa ittiin ilaaltu uumi! Maal irratti cimina
qabda? Maal irratti fooyya’ina fiduun akka si barbaachisu beekuun ofirratti akka
hojjettu si gargaara.
Cimsi: Cimina qaban cimsanii qabachuu dha.
Itti fufi: Namoonni baay’een mul’ata isaanii irraa adda bahanii yookiin turanii itti
deebi’u. Utuu yeroo hundumaa cimsanii akkuma qabanitti itti fufanii galma gahiinsi
ni saffisa. Torban tokko, ji’a tokko mul’ata ofii dagatanii turuun mul’aticha akka
irraanfatanii fi tuffatanii gatii akka hin kennineef taasisa.
#MilkauuBarbaadu
#AannanBarbaachisaa
#AannanOromoo
#QulqullinaAannaa
#NageenyaAannaa
#AannanBiyyaa
#HifadhaaAannaa
#AannanDhugaatii
#BeekumsaAannaa
#Oromoo #DontWasteMilk
#MilkMatters
#SaveTheMilk
#ZeroWasteMilk
#FightFoodWaste
#NoMoreWaste
#SustainableLiving
#ReduceReuseRecycle
#ConsciousConsumption
#WasteNotWantNot #HealthyBones
#CalciumRich
#NutritionTips
#StrongTeeth
#DrinkYourMilk
#HealthyFamilies
#WellnessJourney
#NaturalCalcium
#GoodnessOfMilk
#FamilyHealth #SupportFarmers
#DairyFarmers
#FarmToTable
#LocalDairy
#FreshMilk
#RespectTheProducer
#DairyLife
#LoveYourLocalFarmer
#AgriculturalValue
#ValueOfFood #Tips
#SaveFood
#EcoFriendly
#Sustainability
#DIY
#HowTo
#LifeHacks
#KitchenHacks
#FoodScience
#LearnSomethingNew
chicken road https://www.pgyer.com/apk/apk/app.chickenroad.game
rooster bet https://www.pgyer.com/apk/apk/rooster.bet.app
NeoSpin Casino app download https://www.pgyer.com/apk/apk/neospin.casino.slots
888starz зеркало рабочее на сегодня http://clanmarketing.com.br/trafego/2025/09/05/888starz-888starz-casino-skachat-poluchite-i-raspishites-android-dolzhnostnoy-sayt/
888starz зеркало рабочее на сегодня http://www.pirateriadigital.es/2025/09/08/888starz-%d0%b2%d0%b5%d0%b1-%d0%be%d0%b1%d0%be%d0%b7%d1%80%d0%b5%d0%bd%d0%b8%d0%b5-%d0%ba%d0%b0%d0%b7%d0%b8%d0%bd%d0%be-%d0%b1%d1%83%d0%ba%d0%bc%d0%b5%d0%ba%d0%b5%d1%80-%d0%b1%d0%be%d0%bd%d1%83%d1%81/
888 starz http://clanmarketing.com.br/trafego/2025/09/05/888starz-888starz-casino-skachat-poluchite-i-raspishites-android-dolzhnostnoy-sayt/
скачать 888starz на андроид бесплатно http://www.ricardcuiner.com/?p=101479
888starz bet скачать на андроид бесплатно https://askalt.com/888starz-dolzhnostnoy-zhurnal-onlayn-kazino-igraytes-nevredno-v-rossii/